Blog
-
Dubartii caalaa dhiiratu baakteeriyaa heddu baatee deema
Wantoota dhibee fidan keessaa inni tokko baakteeriyaadha. Akka carraa ta’ee dhibeewwan baakteeriyaan dhufan hedduudhaaf dawaan argameera. Gama biraatiin Baakteeriyaan qaama…
Read More » -
Wanti Sodaatamaa Ture Eegalame!
Taajirri akka addunyaatti beekamu Elon Musk elektirooniksii sammuu namaa keessa kaayamu hojjatee, sammuu qamalee fi booyyee keessatti yaalii godhaa turuun…
Read More » -
Xurii Laguu fi Rakkoolee isaan Walqabatan
Xuriin laguu kennaa addaa dubartoonni badhaafamanirraa isa tokko. Irra hedduun dubartootaa marsaa laguu guyyaa 28 qabu. Yeroo garii guyyaa 21…
Read More » -
Dhukkubbii Yeroo Laguu
Dhukkubbiin garaa ykn gadameessaa yeroo xuriin laguu dubartootatti dhufu baay’ee beekamaadha. Dubartoota baay’etu dhukkubbii kanan dararama. Yeroo xuriin laguu dhufu…
Read More » -
Ulfaahuudhaaf yeroon haalaan mijaahaa tahe yeroo kami?
Ilmoo kan kennu Rabbii tokkicha. Inni kennu malee haakimni tokkollee ilmoo namaa kennuu hin dandahu. Tahus garuu yeroo tokko tokko…
Read More » -
Dubartiin umriin isii guddate ilmoo argachuuf ni rakkattii?
Dubartiin wagga 35 olii takka yoo ulfooyte rakkooon isii qunnamu ni jiraa? gaafiin jedhu yeroo hedduu ni ka’a. Akka walii…
Read More » -
Mallattoolee ijoo 10 kan dubartiin takka ulfaayuu akeekan
Ulfaayuun dubartii hedduuf gammachuudha. Dubartiin ilmoo argachuu barbaaddu ulfaayuuf hedduu hawwiti. Warri ulfaayuun dhukkuba itti tahus ni jira. yeroo garii…
Read More » -
Mallattoolee dubartiin Ulfaa salphatti ilaaluu hin qabne
Guyyaa ulfi uumame irraa jalqabee dubartiin yeroo kamiyyuu caalatti jijjiirama qaamaa, xiinsammuu fi miiraa hedduu keessa dabarti. Irra hedduun jijjiiramoota…
Read More » -
Dubartiin gariin eega ilmoo dhaltee boodas maaliif ulfa fakkaatti?
Dubartiin takka baatii Sagalii oliif eega ulfa garatti baadhattee booda, qaamni isii jijjiirama irratti mul’ate irraa akka duraatti deebi’uudhaaf yeroo…
Read More » -
Xuriin laguu badhaasa uumamaati
Ilmi namaa dhiiga ijaan arguu hin fedhu. Yoo lilmeen quba nama waraantee dhiigni xiqqoon namarraa bahu hedduu nama rifachiisa. Dhiigni…
Read More »